Jalalaa Dhugaa Jechuun Maalin?Jaalalli ilma namaatiif gammachuu qofa osoo hin taane qormaata cimaafii hiraara hangana hin jedhamne jaalala keessa nama muudata kun Ulaagalee jaalalaa keessaa isa tokko.
Addunyaa tana irratti kan wal jaalatee wal argatu namoota muraasa innii kuun osoo wal jaalatee imimmaan waliif booyu jiruudhaan addaan fagaata. Kuun immoo jaalala dhugadhaan qabame jaalalli isaas gatii dhabee akkuma onneen isaa madoofteetti hafa.
Addunyaa tana irratti wanti akka jaalala nama miidhuu danda'u jira jedhe hin yaadu osoo akka yaada kiyyaatii kan wal jaalatee hundi wali argata garuu hireen jaalalaa qooda rabbiiti. Akkuma nuti nama tokko jaalannutti kan nu jaalatus hedduudha garuu irra caalaan keenna kan jaalanne malee kan nu jaalateef bakkee hin qabnu nama jaalalaan miidhamne saniif yaadaan hiraaruu malee kan jaalala keennaan hiraaraa jiruuf even carraa yaada isaa ibsachuunii dandaa'u hin laannuuf yaada saa dhageennus deebii gahaa hin laannuuf tuffannee bira tarra haasofni nama saniis qoosa nutti fakkaata........ maaliif garuu?
Jaalalli immoo cubbuudha akkuma ati nama siif miidhame sana irratti qoosaa turte hunda dabareen kee ta'ee gaafa sirrattis qoosantu dhufa.
Yeroo san waan jaalalti nama gootu siif gala namoota duraan jaalalaan miidhaa turte hundaaf gaafa sirras gahee agarte hubattaaf maa'anaan jaalalaa guyyaa san siif gala Nuti namoota yoo jedhamnu yeroo bayyee dantaa keennaf malee dantaa namaatif jennee daaiiqa takkaaf hin dhiphannu mee kan jaalanne qofaaf osoo hin taane kan nu jaalatuufis carraa of tahee jiraachuunii danda'u haa laannuuf kan nama sanii ta'uu dandeenna taanaan jaalalaaf kabajaan nama san simachuu Kan nama sanii ta'uu hin dandeennu taanaan akka sirraa abdii kutatee of tahee jiraatuuf yaada kee ifaaf bilisaan an kee ta'uu hin danda'u jettee kabajaaf jaalalaan ofirraa geggeessuu itti kokkolfinee miira addaa keessa galchinee ta dur caalaa jaalalaan nama san miidhuu keenna hamaa!
@Asoosamaafiwalaloo ✅