Hafuura qulqulluu kutaa 2ffaa HOJII HAFUURA QULQULLUU
a) Seenaa uumamaa keessatti namni lubbuu godhatee
kan dhaabbate Hafuura Qulqulluudhaani. Um 2:7
b) Dhalachuu Yesus kiristoos keessatti ga’ee guddaa qaba
ture. Luq 1:35
c) Tajaajila Yesus Keessatti Mar 1:10
d) Hojii fi tajaajila ergamootaa keessatti HoE 2:1-13
e) Barreeffama Macaafa Qulqulluu keessatti 2Xim 3:16-17
f) Kennaa Hafuuraa kennuu keessatti 1Qor 12:11
g) Dhugaa Yesusiin barsiisa Yoh 16:8-15
h) Warra isaaf qulqullaa’aniif ni kadhata Rom 8:26-27
i) Jireenya amanaa keessatti goftummaa Yesus kiristoos
dhugaa ba’uu. Hariiroo Abbaa fi hafuura qulqulluu gidduu jiru
Hafuurri Qulqulluun hafuura waaqayyooti. Uma 1:2;
Mat 3:16.
Hafuurri Qulqulluun hafuura gooftaati. Luq 4:18.
Hafuurri Qulqulluun Hafuura Yaahiwweeti. Abo 3:10.
Hafuurri Qulqulluun hafuura waaqayyo gooftaati. Isa
61:1.
Hafuurri Qulqulluun hafuura waaqayyoo jiraataati. 2
Qor 3:3. Hariiroo Yesuusii fi Hafuura Qulqulluu gidduu jiru
Hafuurri Qulqulluun hafuura Kiristoosi. Rom 8:9.
Hafuurri Qulqulluun hafuura Yesuus Kiristoosi. Filp
1:19.
Hafuurri Qulqulluun hafuura Yesuusi. HoE 16:7.
Hafuurri Qulqulluun hafuura ilma isaa(waaqayyoo)ti.
Gal 4:6.
Hafuurri Qulqulluun hafuura gooftaati. HoE 5:9;
8:39 @Singer_Megertu_Official ✍️@alacrity_4