Dirree Ispoortii


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Sport


Oduuwwan Ispoortii biyya keessaa fi Alaa
channell kanarraa argachuu dandeessu Afaan oromoo guddisuu fi waa'ee ispoortii waan jiru waliif dabarsuun kaayyoo keenya isa guddaadha!!
Afaan oromoo hundaa olii ittiin haa dubbannu, haa dubbisnu haa barreessinu!

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Sport
Statistics
Posts filter


🏆🏆🏆 CHAMPION 🏆🏆🏆

Tapha xumuraa Champions League Awurooppaa keessatti, gareen Faransaay PSG Inter Milan 5 – 0’n injifatee mo’ataa ta’e jira.

Gooliwwann injifannoo PSG dhaf kan galchan

Desire Doue. ⚽ ⚽2x

Achraf Hakimi. ⚽

Mayulu. ⚽

Kvaratskhelia ⚽


PSG seenaa isaani keessatti yeroo jalqabaatiif waancaa Champions League Awurooppaa injifachuun seenaa ajaa’ibaa galmeessera

PSG bara tapha kanaa keessatti waancaa Champions League, Ligue 1 (Faransaay) fi Coupe de France hunda mo’achuun injifannoo sadii galmeessu danda'eera

Kana irraa ka’uun, PSG garee Faransaay keessaa yeroo jalqabaatiif wanca sadii-injifachuu danda’e jedhamee seenaa haaraa galmeessu danda'eera

Leejiisaa Luis Enrique, Pep Guardiola booda, garee lama waliin sadarkaa injifannoo sadii galmeessuu danda’an lammaffaa ta’uudhaan seenaa galmeessaniiru.


Maan Yuunaayitid fi Tootenhaam gara xumuraatti.

Tapha Yuurooppaa Liigii amma xumurameen Maan Yuunaayitid Goolii 4-1n Atiletik Kilab injifateera qabxii waliigalaan goolii 7-1n injifachuun gara xumuraa darbuu mirkaneeffateera.

Gama birootiin Tootenhaam goolii 2-0n Boodoo injifachuun qabxii waliigalaan 5-1n injifachuun gara xumuraa darbuu mirkaneeffateera.

Tapha xumuraan Maan Yuunaayitid fi Tootenhaam kan waliin taphatan ta'a.

Koonfiransi Liigiin Cheelsii goolii 5-1n injifachuun gara xumuraa darbuu mirkaneeffateera.


#Ads #beksisaa

Akkam ooltan

Namoonni LinkedIn kireeffachuuf barbaaddan
Kan connection 100 olii fi banamuun isaa baatii ol ta'e kireessuuf fedha yoo qabaattan
Gatii bareedaan sinii kireessa🙏

Kanaafuu Namoonni LinkedIn kanaan dura hin kireeffaminis ta'e ykn restricted ta'ee kan deebi'e kireessuu barbaaddan ...
Karaa telegram 👉 @Alabaoro naa barreessaa

Wantoota gaaffii sinitti uumu yoo jiraate na dubbisaa 🫡


"Kana dura caalaa ofitti amanamummaa qabna" Ruben Amorim

Leenjisaan olaanaa Maanchistar Yunaayitid Ruuben Amoorim gareen isaanii taphoota gahaan hafeen liigii kana sadarkaa olaanaadhaan xumuruu dubbataniiru.

Ruuben Amorim, ''eessatti akka xumurru hin beeku, garuu taphoota injifachuu barbaanna, ofitti amanamummaan keenyas dabaleera'' jedheera.

Itti dabaluudhaanis, "Hanga ammaatti taphoota gahaa sadarkaa fooyya'aa ta'een xumuruuf qabna. Taphoota injifachuu barbaanna. Xiyyeeffannaan keenya kanuma."

Waa'ee foormii gaarii Raashfoordi kan dubbate Ruuben Amoorim, "Taphattoota koo irratti xiyyeeffadhee jira. Yeroo ammaa kana Raashfoordi taphataa koo miti" jedheera.

''Garuu taphattoonni keenya liqiidhaan taphattoota keenya akka gaariitti taphachuu isaanii arguun koo na gammachiisa, sababiin isaas kilabichaaf oduu gammachiisaa waan ta'eef,'' jedheera Amoorim.

''Wanti Nuno Espírito Santo hojjete na hin ajaa'ibu, leenjisaa gaarii dha, waan ajaa'ibaa hojjechaa jira, garuu taphoota injifachuu itti fufuu qabna,'' jechuun tapha boruu Nottingham Forest irratti dubbateera.


✅️Tapha har'a galgala Arsenaal fi Kiristaal Paalaas taphatan irratti Arsenaal kan injifatamu yoo ta'e, Liiverpuul osoo taphni shan isaaf hafuu shaampiyoonaa Piriimiyerliigii Ingilaand bara dorgommii 2024/25 ta'uu isaa ni mirkaneeffata.🤯

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Dirreeispoorti
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Dirreeispoorti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Maan Yuunaayitid Andiree Onaanaa hanga Paawondii miliyoona 20M argannaan gad dhiisuuf qophiidha jedhameera.

Kilaboonni Suud Arabiyaa taphaticha fudhachuuf fedhii qabu.

#Mirror Football


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Dirreeispoorti
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Dirreeispoorti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Pirimeer Liigii Ingilaandin taphni torbee 34ffaa har'a galgala Arsenaal fi Kiristaal Paalas waliin taasisan hawwiin eegamaa Jira.

Tapha kanaan Arsenaal kan injifatu yoo ta'e morkii Waancaa hanga Liivarpuul tapha itti aanu injifatutti kan itti fuufsisu ta'a ,kan injifatamu yoo ta'e Liivarpuul waancaa injifachuu mirkaneeffatee taphoota itti aanan irratti kabajaa fi Simannaan kilaboota taphoota hafan waliin qabu irratti kan taasifamuuf ta'a.
4:00✅ Arsenaal Kiristaal Paalas waliin

Tilmaama keessan koomenti jalatti barreessaa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Dirreeispoorti
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Dirreeispoorti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


💼 LinkedIn Account Keessan Kireessuun Galii Dabalataa Argadhaa! 💰

LinkedIn account qabdaa? Hojii salphaa hojjachuun torbanitti hanga $20 argachuu ni dandeessa! 🚀

🎯 Eenyutu Hirmaachuu Danda’a?

✅ LinkedIn account erga baname waggaa tokkoo olii ta’uu qaba.
✅ Account kee connection 100 qabaachuu dirqama.
✅ baay'ina connection qabdu irratti hundaa'uun mindaa argachuu ni dandeessa.

💰 Gatii ittiin Kireeffamu (Kaffaltiin Torbanitti Kaffalamu)

🔹 100 – 299 connection → 5 USDT
🔹 300 – 499 connection → 10 USDT
🔹 500+ connection → 15 USDT
🔹 1000+ connection → 20 USDT

🔹 Login qofa gochuun sa’aatii 24 keessatti $5 argachuu dandeessa!

💵 Akkaataa Kaffaltii ittin Siinif Ergamuu

♻️ Binance
♻️ Bybit
♻️ Okx
♻️ Bitget

Account kanneen armaan olii irratti siinif argamuu ni danda’ama. Yoo hin qabdan ta’e, rakkoo hin qabu! Gara Birr itti jijjiirree, karaa 🏦 Baankii Daldala Itoophiyaa fi bankiiwwaan biyyaa keenya hundarratti siinif erguu ni dandeenya.

📲 Irratti Hirmaachuuf Nu Qunnamaa!

Telegram 👉 @Alabaoro
Whatsapp 👉 +251707885835

✨ Account kee hojii irra oolchii, yeroo hin gubatin! 🚀


💼 LinkedIn Account Keessan Kireessuun Galii Dabalataa Argadhaa! 💰

LinkedIn account qabdaa? Hojii salphaa hojjachuun torbanitti hanga $20 argachuu ni dandeessa! 🚀

🎯 Eenyutu Hirmaachuu Danda’a?

✅ LinkedIn account erga baname waggaa tokkoo olii ta’uu qaba.
✅ Account kee connection 100 qabaachuu dirqama.
✅ baay'ina connection qabdu irratti hundaa'uun mindaa argachuu ni dandeessa.

💰 Gatii ittiin Kireeffamu (Kaffaltiin Torbanitti Kaffalamu)

🔹 100 – 299 connection → 5 USDT
🔹 300 – 499 connection → 10 USDT
🔹 500+ connection → 15 USDT
🔹 1000+ connection → 20 USDT

🔹 Login qofa gochuun sa’aatii 24 keessatti $5 argachuu dandeessa!

💵 Akkaataa Kaffaltii ittin Siinif Ergamuu

♻️ Binance
♻️ Bybit
♻️ Okx
♻️ Bitget

Account kanneen armaan olii irratti siinif argamuu ni danda’ama. Yoo hin qabdan ta’e, rakkoo hin qabu! Gara Birr itti jijjiirree, karaa 🏦 Baankii Daldala Itoophiyaa fi bankiiwwaan biyyaa keenya hundarratti siinif erguu ni dandeenya.

📲 Irratti Hirmaachuuf Nu Qunnamaa!

Telegram 👉 @Alabaoro
Whatsapp 👉 +251707885835

✨ Account kee hojii irra oolchii, yeroo hin gubatin! 🚀


💼 LinkedIn Account Keessan Kireessuun Galii Dabalataa Argadhaa! 💰

LinkedIn account qabdaa? Hojii salphaa hojjachuun torbanitti hanga $20 argachuu ni dandeessa! 🚀

🎯 Eenyutu Hirmaachuu Danda’a?

✅ LinkedIn account erga baname waggaa tokkoo olii ta’uu qaba.
✅ Account kee connection 100 qabaachuu dirqama.
✅ baay'ina connection qabdu irratti hundaa'uun mindaa argachuu ni dandeessa.

💰 Gatii ittiin Kireeffamu (Kaffaltiin Torbanitti Kaffalamu)

🔹 100 – 299 connection → 5 USDT
🔹 300 – 499 connection → 10 USDT
🔹 500+ connection → 15 USDT
🔹 1000+ connection → 20 USDT

🔹 Login qofa gochuun sa’aatii 24 keessatti $5 argachuu dandeessa!

💵 Akkaataa Kaffaltii ittin Siinif Ergamuu

♻️ Binance
♻️ Bybit
♻️ Okx
♻️ Bitget

Account kanneen armaan olii irratti siinif argamuu ni danda’ama. Yoo hin qabdan ta’e, rakkoo hin qabu! Gara Birr itti jijjiirree, karaa 🏦 Baankii Daldala Itoophiyaa fi bankiiwwaan biyyaa keenya hundarratti siinif erguu ni dandeenya.

📲 Irratti Hirmaachuuf Nu Qunnamaa!

Telegram 👉 @Alabaoro
Whatsapp 👉 +251707885835

✨ Account kee hojii irra oolchii, yeroo hin gubatin! 🚀


Gaardiyoolaan mallatteessitoota haaraa kanaan gammadeera

Leenjisaan olaanaa Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaan tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz boruu Tootinaam waliin taasisaniin dura yaada isaanii kennaniiru.

Peep Gaardiyoolaan haasaa isaa keessatti:-

- "Keevin De Bruyne ammallee taphataa addaa waan ta'eef akkasitti akka itti fufu abdiin qaba. Fuuldurri isaa isa fi kilabichaan murteessa."

- Mallatteessitoota haaraa natti tola, hunda isaaniitti gammadneerra.

- Leenjisaa Anhe Postekogluuf kabaja guddaan qaba; Bu'aa argameen murteessuu hin qabnu, yaada ilaaluu qabna, yeroo tokko tokko wanti gaarii fi hamaa ta'a.

- Peep Gaardiyoolaan haasaa isaanii keessatti Erling Haaland miira gaarii keessa akka jiruu fi tapha boruu irratti hirmaachuu fi dhiisuu isaa shaakala har'aa booda murteessina jechuun ibsaniiru.


✅ despeed

Linkii kanaan galaatii register godhaa
👇👉 https://app.despeed.net/register?ref=otxO41Vd8Poz

Erga gmail , username , password keessan gessitan register gootanii booda gmail keessan akka verify gootan sin gaafata erga gmail keessan keessa galtanii verify gootu

Erga process kana fixxanii extension irratti add gochuun point sassaabdu
Extension irratti add gochuuf
👇👉 https://chromewebstore.google.com/detail/despeed-validator/ofpfdpleloialedjbfpocglfggbdpiem

Kanumadha 👌

Warri hojjechaa jirtanimmoo janaadhaa guyyaa 3 booda season 1 nii dhaabata


Website kaffaltii siif kafaluu Email YKN Lakkoofsa Bilbilaa qofa Galmeessitee dollora argachuu dandessa akkasumas carra box
Xiqqaa carraa $1 irraa kaasee hanga $135 argachuu dandessa
Carraa garii kanatti fayyadama ijoollee teenya nama Kenya waa'ee online kan irraa fagaate jira yeroo itti himan dhugaa ittiin hin fakkatu amma wanti dhugaadha amumaa jalqabii
Jalqabuuf 👇
https://bestw55.top/#/galmee?ref=597212


#dailyremainder

Despeed fi mygate daily check gochuu hin dagatiinaa

Mygate 👉 START NOW
Download extension 👉 here

Despeed 👉 START NOW
Download extension 👉 here


Pireezidaantiin ĶOORIYAA Kaabaa Kiim Joongi Uun Kilaboonni Ingilaandi 3 Teeleeviizyinii biyyattiin akka daawwatamne dhorkan

Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joongi Uun Kilaboonni Ingilaand 3 Teeleeviizyinii biyyattiin akka daawwatamne dhorkuu ibsame.

Taphattoonni Kooriyaa Kibbaa 3 Kilaboota kanneen keessa waan taphataniif Lammiileen Kooriyaa Kaabaa taphattoota kanneen akka hin daawwanneef ajaje darbe ta'uu ibsameera.

Dursaan garee Tootenhaam San Huung Miin, Taphataan sarara gidduu Woolviis Hawaang Hii Chaanii fi Taphataan sarara ittisaa Bireentifoordi Kiim Jii Soo lammiilee Kooriyaa Kibbaa ta'uu isaanii hordofee dhorkaa kaa'ameedha jedhame.

Hogganaan Kooriyaa Kaabaa kun deeggaraa Maanchiister Yuunaayitiid akka ta'e kan himamus,har'a tapha Tootenhaam Maanchiister Yuunaayitiid waliin taphatu hin daawwatan jedhamuu #The_Sun_Sport_gabaase


Napoli qabxii tokkoo gadi buuseera

✅ Tapha torbee digdamii shanaffaa Serie Xaaliyaanii A ttin har'a taphni napoli fi laziiyoo waliin geggeeffamee jira tapha kanaanis napolii fi laaziyoon qabxii 2 fi 2 qixaa qooddachuudhaan taphni xumurameera

✅Gooliiwwan injifannoo Naapooliidhaf Raaspaadorii fi Maaruusiich goolii ofirratti galcheen Isaaksii fi Deeyaan Laaziyoo dhaf goolii qixxeessituu galchaniiru

✅dursaan liigichaa napoliin taphoota liigii sadan darban injifachuu dhabuudhaan hunda isaanii qixa bahuun ni yaadatama

✅ Intar Miilaan tapha itti aanu yoo injifachuu danda'e sadarkaa liigii kanaa ni fudhata.

Haalli qabxii isaanii

1️⃣ Naapoolii :- Qabxii 56
4️⃣ Laaziyoo :- Qabxii 46

Sagantaa itti aanu?

Dilbata -Veeneziyaa 🔰 Laaziyoo walin

Wiixata - Koomoo 🔰Naapoolii waliin


Dhukaastonni injifannoo galmeessuu itti fufan .

✅ Kilabiin Kaaba Landan Arsenaal tapha isaa Leesteer Siitii waliin taasise 2 fi 0n injifate.

Mikel Merino galchiiwwan injifannoo 2 the Gannersif galcheera.

✅ Arsenaal waggoota kudha afur booda yeroo jalqabaaf taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz kudha shan osoo hin mo'amin itti fufeera.

✅Aba Miikeel Arteetaan Arsenaal injifannoo isaa hordofuun qabxii afuriin dursaa liigichaa Liivarpuul irraa duubatti hafeera jechuun dubbate.

✅ Leesteer Siitiin ammoo mo'amuu isaanii hordofuun naannoo gadi bu'iinsaa keessa taa'uuf dirqame.

Haalli liigii isaanii maali?

2️⃣ Arsenaal :- Qabxii 53
1️⃣8️⃣ Leesteer Siitii :- Qabxii 17

Sagantaa itti aanu?

Jimaata - Leesteer Siitii fi Bireenfoordi

Dilbata - Arsenaal fi Weestihaam Yunaayitid


Jude Bellingham Abbaa murtee arrabsuun kardii diimaan dirree keessa ariiyamee ture kunis qorannoon mirkana'ee dhugaa taanan taphoota 4-12 adabbiin isa mudachuu malaa jedhame.😱💣

Yaada abbaan murtee taphichaa 🗣️ Munuera Montero taphaan booda laate akkaa jedhuttii yoo ta'ee "f*ck U jechun na arrabse" jedheera. #Karloo_Anchelootiin ammoo gamaa isaan akkaa jedhettii "Abbaan murtee Ingiliffaa Juude waan hubate nattii hin fakkaatu Juudeen 'f*ck off' jedhee male F*ck U hin jennee" jedhaniiru. Isinoo mal jettuu dhugumaan Biiliin kana ni godha jettuumoo abbaan murtee akkuma karloon jedhee dogoggora hubannooti jettuu ???


Riyaal Maadriid qabxii tokko gadi buuse!

Sagantaa Laaligaa Ispeen irratti dursaa liigichaa kan ta'e Riyaal Maadriid tapha Osaasunaa waliin taasisan 1 fi 1n qixa xumuraniiru.

Goolii Riyaal Maadriid Kiiliyaan Mbaappeen yoo galchu, Budimiir ammoo goolii Osaasunaaf goolii qixaa galche.

Loos Bilaankoos bara kana tapha 6ffaa isaanii qixa ba'aniiru.

Tapha kana irratti taphataa sarara gidduu Ingilizii Riyaal Maadriid Juud Beeliinghaam kaardii diimaa arge.

Kiiliyaan Mbaappeen bara kana goolii isaa kudha torbaffaa Laaligaa irratti galcheera.

Sadarkaan liigii isaanii maal fakkaata?

1️⃣ Riyaal Maadriid :- Qabxii 51
7️⃣ Osasuna :- Qabxii 32

Sagantaa itti aanu?

Jimaata - Seeltaa Viigoo fi Osaasunaa

Wiixata - Riyaal Maadriid fi Giroonaa


🚩Maanchistar Siitiin injifate!

✅ Sagantaa Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti Maanchistar Siitiin tapha Niwukaastil Yunaayitid waliin taasisaniin qabxii bal'aa 4 fi 0n injifateera.

✅ Gooliiwwan injifannoo Maanchistar Siitiin Omar Mermush 3x galchuun Makate goolii takkatti galcheera.

✅ Goolii eegaa lammii Biraazil Edersan seenaa keessatti goolii eegaa jalqabaa bara tokko keessatti kubbaawwan sadii mijeessee kennuu danda'e ta'eera.

✅Omar Mermush bara kana taphataa Afrikaa hatirikii galmeesse 3ffaa ta'eera.

Taphoota biroo keessatti

-Fuulhaam Nottingham Forest 2 fi 1n injifate
- Boornemaawuz Saawuzhaampitan 3 fi 1n injifate
- Bireenfoordi Weestihaam 1 fi 0n injifate
- Aston Viilaan Ipswich Town waliin 1 fi 1n qixa ba'e.

Sadarkaan liigii isaanii maal fakkaata?

3️⃣ Bosona Nootinhaam :- Qabxii 47
4️⃣ Maanchistar Siitii :- Qabxii 44
5️⃣ Boornmaawuz :- Qabxii 43
7️⃣ Niwukaastil :- Qabxii 41

⏩ Maanchistar Siitiin sagantaa liigii torbee itti aanutti Wiixata dhufu dursaa liigichaa Liivarpuul waliin ni wal argu.

20 last posts shown.
OSZAR »