Baankii Daldala Itiyoophiyaa


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский


Seenaan Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa (CBE) bara 1942 hundeeffama Baankii Mootummaa Itiyoophiyaa irraa eegaleeti.
CBEn bara 1963tti akka dhaabbata aksiyoonaa tokkootti seeraan hundeeffame. Ergasii as guddina biyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa dhufee

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Статистика
Фильтр публикаций


Baankiin Daldalaa Itoophiyaa namoota jiini Tajaajila Maamilootaa milkaa'inaan akka kabajamuuf, gumaacha godhaniif, sagantaa beekamtii fi dinqisiifannaa qopheesse.
Baankiin keenya qaamota Tumsa taasisan hunda galateeffate.


Guyyaatti hanga birrii miiliyoona tokkoo!
*
***
Bakka bittaa fi tajaajilaatti maallaqa (cash) baatanii deemuun hin barbaachisu.
Maashinoota POS kan Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa bakka baay’eetti argaman fayyadamuun,                                        
• Kaardii idilee keessaniin hanga birrii kuma 500
• Kaardii Warqee keessaniin hanga birrii kuma 700
• Kaardii Pilaatiiniyeemii keessaniin immoo hanga birrii miiliyoona 1tti kaffaltii/ daldala raawwachuu dandeessu!
***
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #digitalbanking #pos #banking #ethiopia


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Saturday, June 14, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Juma'aa Mubaarak!
Qusachuun Niyyaa Keessan Milkeeffadhaa!
======
Herrega Qusannaa Lebbayikitti qusachuudhaan, Imala Hajjiif Umraa dhugoomsadhaa!
Herrega Qusannaa ‘Lebayk Wadih’ ykn Herrega Qusannaa ‘Lebayk Mudarabah’ kan bu’aa harka 70 % isinii qoodu filachuu dandeessu.
****
#CBENOOR tajaajila baankii guutuu dhala irraa bilisaa!
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#CBE #cbenoor #interestfree #saving #mudarabah #wadiah #lebbeyk


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Friday, June 13, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
CBE Birr Plus’n adabbii tiraafikaa keessan salphaatti kaffalaa!
****
Seeraaf abboomamtanii of eeggannoodhaan akka konkolaachiftan ni amanna.
Ta’us akka carraa yoo adabamtan, Appii CBE Birr Plus’n battalumatti kaffaluu dandeessu!
**********
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #digitalbanking #cbebirr #cbebirrplus #banking #ethiopia #traffic #payment
**
Appilikeeshinii CBE Birr Plus argachuuf:
• Bilbiloota Andirooyidiif:
https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
• Bilbiloota Appiliif:
https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787


Kabajamtoota maamiloota keenya:
*****
Tajaajila baankiin keenya dameelee irratti kennu irrattis ta’e karaa filannoo kaffaltii dijitaalaa yaada gatii guddaa qabu isin irraa arganne irratti hundaa’uun fooyya’iinsa bal’aa hojiirra oolchaa jirra.

Ammas fulduratti hojii fooyya'iinsa akka itti fufnu akka nu gargaaruuf, tajaajila dameeleetti argatan, ATM, POS, fi CBE Birr erga fayyadamtanii booda ergaan mirkaneessaa barreeffamaa (SMS) keessan waliin liinkii isinii ergamuun, yaada akka kennitan kabajaan isin gaafanna.

Hubachiisa:

Baankiin Daldalaa Itoophiyaa, odeeffannoo baankii ykn lakkoofsa iccitii keessan kamiyyuu gaaffii bilbilaa irratti hin gaafatu.


Boba'aa salphumatti 'CBE Birr Plus'n waraabbadhaa!
****
Appilikeesh
inii 'CBE Birr Plus' herrega cbe birr ykn herrega baankii keessan waliin wal-qunnamsisuun, salphumatti kaffaltii Boba'aa raawwachuu dandeessu.
****
Ammuma gara Google Play ykn App Store seenuun, Appilikeeshinii CBE Birr plus buufadhaa/ update godhadhaa:

• Bilbiloota Andirooyidiif: https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr

• Bilbiloota Appiliif : https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787
#cbe #cbebirr #ethiopia #digitalbanking #banking #business #fuel #payment


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Thursday, June 12, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Maamiloota Intarneet Baankii Fayyadamtaniif:
********
Appii ‘CBE Soft Token’ kan yeroo tajaajila Baankii Intarneetii, baankii keenyaa seentan nageenya mirkaneessuuf, jecha Darbii Yeroo Tokkoof (OTP) argachuuf gargaaru, liinkii armaan gadii fayyadamuun fe’achuu/install godhachuu dandeessu:
• Android: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.cbe.softtoken
• IOS: https://apps.apple.com/us/app/cbe-soft-token/id6737692898
******
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #digitalbanking #banking #ethiopia #internetbanking


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Wednesday, June 11, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Qusachuun Niyyaa Keessan Milkeeffadhaa!
======
Herrega Qusannaa Lebbayikitti qusachuudhaan, Imala Hajjiif Umraa dhugoomsadhaa!
Herrega Qusannaa ‘Lebayk Wadih’ ykn Herrega Qusannaa ‘Lebayk Mudarabah’ kan bu’aa harka 70 % isinii qoodu filachuu dandeessu.
****
#CBENOOR tajaajila baankii guutuu dhala irraa bilisaa!
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#CBE #cbenoor #interestfree #saving #mudarabah #wadiah #lebbeyk


Odeeffannoo Sobaa isin beeksifna
**********
Fuulli Telegiraamii sobaa ‘Bank Vacancy የስራ ማስታወቂያ™’ jedhamu, Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa damee dabalataa banuufi namoota haaraa qacaruuf beeksisa baasera jechuun, odeeffannoo sobaa maxxansaa akka jiru hubanneerra.
Haa ta'u malee, yeroo kanatti baankiin keenya beeksisa hojii duwwaa tokkollee akka hin baafne isin beeksifna.
Maamiltoonni appilikeeshinii kana bilbila isaanii irratti fe'an hatattamaan uninstall gochuu qabu.
Kanumaan wal-qabatee maamiltoonni appii madda hin amanamne irraa buufachuu ykn fe’uu dhiisuudhaan, warra amanamoo kanneen akka Play Store, App Store, Amazon App Store ykn Samsung Galaxy Store, sakatta’iinsa nageenyaa cimaa keessa darban qofa fayyadamaa.
Fuula miidiyaa hawaasaa baankii daldalaa Itoophiyaa isaan sirrii qofa hordofuudhaan oduu sobaa irraa of eegaa!


Kan filattaniin ergaa!
Dabalata Birrii 7 argadhaa!
*
**
Karaa dhaabbilee idil-addunyaa maallaqa dabarsan kanneen, baankii keenya waliin hojjetaniin, maallaqni yeroo isiniif ergamu, sharafa alaa guyyaa sanaatiin, doolaara ergame hunda irratti boonasii dabalataa Birrii 7 ni argattu!
**
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #gift  #moneytransfer  #banking #ethiopia  #forex #mto


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Tuesday, June 10, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Fiixee Addunyaa kamirraayyuu Herrega/akkaawuntii banaa!
*****
Appilikeeshinii Unite.et Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaan hojiirra oolche fayyadamuun, Baankii Daldalaa Itoophiyaatti, biyya kamiyyuu yoo jiraattan, Herrega/akkaawuntii banuun ni danda'ama.
• Appii  Play Store ykn App Store irraa buufachuun, Baankii Daldalaa Itoophiyaa filachuu, odeeffannoo barbaachisaa galchuu, galmaa'uu, gosa herregaa barbaaddan banuun ni danda'ama.
**
Appii Unite.et argachuuf:
•  Android: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.viditure.uniteet&hl=en&pli=1
•  IOS: https://apps.apple.com/us/app/unite-et/id6670190778

#cbe #nbe #banksinethiopia #digital #savings #ethiopia


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Monday, June 09, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Torban kan milkii isiniif haa ta'u!
**
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #Ethiopia #banking #monday #bestwish



Показано 19 последних публикаций.
OSZAR »