Baankii Daldala Itiyoophiyaa


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский


Seenaan Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa (CBE) bara 1942 hundeeffama Baankii Mootummaa Itiyoophiyaa irraa eegaleeti.
CBEn bara 1963tti akka dhaabbata aksiyoonaa tokkootti seeraan hundeeffame. Ergasii as guddina biyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa dhufee

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Статистика
Фильтр публикаций


Qusachuun Niyyaa Keessan Milkeeffadhaa!
======
Herrega Qusannaa Lebbayikitti qusachuudhaan, Imala Hajjiif Umraa dhugoomsadhaa!
Herrega Qusannaa ‘Lebayk Wadih’ ykn Herrega Qusannaa ‘Lebayk Mudarabah’ kan bu’aa harka 70 % isinii qoodu filachuu dandeessu.
************
#CBENOOR tajaajila baankii guutuu dhala irraa bilisaa!
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#CBE #cbenoor #interestfree #saving #mudarabah #wadiah #lebbeyk


CBE Birr Plus’n adabbii tiraafikaa keessan salphaatti kaffalaa!
****
Seeraaf abboomamtanii of eeggannoodhaan akka konkolaachiftan ni amanna.
Ta’us akka carraa yoo adabamtan, Appii CBE Birr Plus’n battalumatti kaffaluu dandeessu!
Akkamitti kan jedhuuf immoo adeemsa armaan gadii hordofaa
✅ Gara appii CBE Birr Plus Seenaa;
✅ Gara filannoo ‘Pay’ jedhutti Seenaa;
✅ Adabbii Tiraafikaa ‘Traffic Penality’ kan jedhu tuqaa;
✅ ‘AA Traffic Police’ kan jedhu tuqaa;
✅ Lakkoofsa addaa biilii (Bill Reference Number) galchaa;
✅ Hanga adabbii galchuudhaan, kaffaltii keessan raawwadhaa.
Xumurame!
**********
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #digitalbanking #cbebirr #cbebirrplus #banking #ethiopia #traffic #payment
**
Appilikeeshinii CBE Birr Plus argachuuf:
• Bilbiloota Andirooyidiif:
https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
• Bilbiloota Appiliif:
https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Saturday, June 07, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan, baga Iid al-Adha (Arafa) bara 1446ffaa nagaan geessan jenna!
Ayyaanni kun kan nagaa, fayyaa, gammachuu akka isiniif ta'u hawwina!
Ayyaana Gaarii!
#eidMubaarak!
**
#CBENOOR tajaajila baankii guutuu dhala irraa bilisaa!
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

#CBE #eidmubarak #eid #cbenoor #interestfree #saving #mudarabah #wadiah #lebbeyk


Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan, baga Iid al-Adha (Arafa) bara 1446ffaa nagaan geessan jenna!
****
Warra bara kana imala Hajjii taasiftan hundaaf, imala gaarii akka isiniif ta'u hawwina!
Warri fuulduratti imala Hajjiif Umiraaf karoorfattan immoo, ammuma irraa eegaltanii herrega Qusannaa 'Labbaik' tti qusachuudhaan, Niyyaa keessan guutaa!
****
Hajjiin Nama Hundaaf!
Iid Mubaarak!
*
CBENOOR tajaajila baankii guutuu dhala irraa bilisaa!
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

#CBE #eidmubarak #eid #cbenoor #interestfree #saving #mudarabah #wadiah #lebbeyk


Kabajamtoota Maamiloota Baankii keenyaa
Appilikeeshiniiwwan kaffaltii ittiin fudhattan akka haaromsitan/update godhattan isin beeksifna.
**
Maamiloonni hojii daldalaa irratti hirmaatanii meeshaalee gurguran/tajaajila adda addaa kennuun, kaffaltii karaa appii CBE Birr Plus (Merchant App) fudhattanii fi Ogeessonni gurgurtaa boba’aas kaffaltii karaa appii CBE Birr Plus argatan, Appii Boba’aa irrattis fooyya’insi taasifameera.
Kanaaf maamiloonni keenya kabajamoon, appii haaromfame liinkii armaan gadii kana seenuun akka update/install gootan isin gaafanna.
•  Fuel app፡ https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr.FuelPay&pli=1            
•  Merchant app፡ https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbebirr.merchantapp


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Thursday, June 05, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Nuti birrii 7 itti isiniif ni daballa!
***
Biyya alaa irraa Appilikeeshinii maallaqa dabarsan Ethio Direct (#EthioDirect), Cash Go (#CashGo) fi Fast Pay (#FastPay) dhaan, akkasumas karaa dhaabbilee idil-addunyaa maallaqa dabarsanii yoo isiniif ergame, sharafa biyya alaa guyyaa guyyaan Doolaara isiniif ergamu hunda irratti boonasii dabalataa Birrii 7 argattu!
Boonasii birrii 7 dabalataan fudhadhaa!
****
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #gift  #moneytransfer  #banking #ethiopia  #forex  #EthioDirect  #CashGo #mto #fastpay
****
-  Appii EthioDirect  argachuuf:
•  Android:  https://play.google.com/store/apps/details...
•  IOS፡  https://apps.apple.com/us/app/ethiodirect/id1602064491
-  Appii CashGo argachuuf:
• Android: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.bankofabyssinia.cashgo&hl=en&gl=US
• IOS: https://apps.apple.com/us/app/cashgo/id1559346306
- Appii fastPAY argachuuf:
•Android: https://play.google.com/store/apps/details...
•IOS: https://apps.apple.com/us/app/fastpayet/id1666650448




Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Wednesday, June 04, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Hordoftoota Amantii Islaamaa hundaan, Baga Iid al-Adha (Arafa) akka lakkoofsa Hijiraa1446ffaa nagaan geessan!
****
Hajjiin Hundumaaf!
Iid-Mubaarak!

***
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
CBENOOR tajaajila baankii guutuu dhala irraa bilisaa!
#CBE #eidmubarak #eid #cbenoor #interestfree #saving #mudarabah #wadiah #lebbeyk


Ibsa Gaddaa
**
Waggoota 33 darbaniif Baankii Daldalaa Itoophiyaa sadarkaa adda addaatiin tajaajilaa kan turan obbo Kiflee Yaareed dhukkubsatanii, yeroo dheeraaf, yaalamaa kan turan, Caamsaa 25, 2017 du’aan addunyaa kanarraa boqotan.

Boordiin, Manaajimentii fi hojjettoonni baankii keenyaa, boqochuu obbo Kiflee Yaareedin gadda guddaa nutti dhaga'ame ibsuun, maatii fi hiriyoota isaatiif jajjabina hawwina.


Fiigicha Guddaa!
Kan xumuraati irratti hirmaadhaa!
***
Fii
gichi guddaan CBE Paarkii Inxooxxootti
(ENTOTO PARK CBE RUN) 
Fiigichi guddichi bara kana yeroo dhumaatiif, gaafa Sanbataa Caamsaa 30 bara 2017 ni gaggeeffama.
Dorgommii kana irratti hirmaachuuf, tikkeettii karaa appii 'CBE Birr Plus' kutachuun hirmaachuu dandeessu.
Galiin tikkeettii hojii tola Ooltummaaf Oola.

Odeeffannoo dabalataaf https://ethiopianrun.org/entoto-park-run/
****
Appii CBE Birr Plus buufachuuf/ update gochuuf, liinkii armaan gadii fayyadamaa፡

Bilbiloota Andirooyidiif፡
https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr

Bilbiloota Appiliif፡
https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787
#cbe #cbebirr #cbebirrplus #ethiopia #greatethiopianrun #entotopark


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Tuesday, June 03, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia




Kabajamtoota Maamiloota Baankii keenyaa
Appilikeeshiniiwwan kaffaltii ittiin fudhattan akka haaromsitan/update godhattan isin beeksifna.
**********
Maamiloonni hojii daldalaa irratti hirmaatanii meeshaalee gurguran/tajaajila adda addaa kennuun, kaffaltii karaa appii CBE Birr Plus (Merchant App) fudhattanii fi Ogeessonni gurgurtaa boba’aas kaffaltii karaa appii CBE Birr Plus argatan, Appii Boba’aa irrattis fooyya’insi taasifameera.
Kanaaf maamiloonni keenya kabajamoon, appii haaromfame liinkii armaan gadii kana seenuun akka update/install gootan isin gaafanna.
• Fuel app፡ https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr.FuelPay&pli=1
• Merchant app፡ https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbebirr.merchantapp


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Monday, June 02, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Torban kan milkii isiniif haa ta'u!
**
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #Ethiopia #banking #monday #bestwish


Iddoolee gabaa kamittii Kaffaltii keessan ‘POS’n raawwadhaa!
*****
kaardii keessan fayyadamuun Maashinoota  POS kan Baankii Daldalaa Itoophiyaatiin guyyaatti hanga birrii kuma 500tti kaffaltii raawwachuu dandeessu.
Tajaajilli dijitaalaa baankii keenyaa, bakka hunda isin waliin waan jiruuf, haala salphaan kaffaltii raawwachuu dandeessu.

Baankii daldalaa Itoophiyaa
baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Saturday, May 31, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Показано 20 последних публикаций.
OSZAR »