Miseensonni garee kubbaa miilaa dubartootaa Baankii Daldalaa Itoophiyaa Maaddii qoodan.
********************
Miseensonni Garee Kubbaa Miilaa Dubartoota Baankii Daldalaa Itoophiyaa ‘Maryjoy Ethiopia’ kan damee Hawaasaatti argamuun, namoota harka qalleeyyii fi maanguddootaaf, maaddii qoodaniiru.
Miseensonni garee kanaa bara kana osoo hin mo'amin taphni tokko hafee, shaampiyoonaa Piriimiyerliigii Dubartoota Itoophiyaa bara 2017 kan mirkaneeffatan yoo ta’u, deeggarsa ammaa kanas itti fufiinsaan akka taasisan waadaa galaniiru.