HIRKO TECH


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Криптовалюты


📱 In this channel
💹 Free internet app
💹 Crypto news and verified crypto
💹 About tech and so on
🚸 Join us as we explore the future of tech
Contact: @Getu_Abera

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Криптовалюты
Статистика
Фильтр публикаций








🔒Wi-Fi keenya akka namni nu jalaa cabsee hin fayyadamne akkamitti maqaa(SSID)isaa akka nama biroo biratti hin mul'anne dhoksuu dandeenya?

✅Maqaa WiFi keenyaa nama biraatti akka hin mul'anne gochuun namoonni akka salphaatti nu jalaa cabsanii akka hin fayyadamne taasisa. Kanaafuu steeppii armaan gadii kanaan maqaa Wi-Fi keenya dhoksuu dandeenya.

1️⃣ Connect to your WiFi
Bilbila ykn computer/Pc fayyadmnee karaa WiFi ykn cable router keenyaatti connect gochuu.

2️⃣ Open your router settings
IP address
192.168.1.1 ykn 192.168.0.1 login gochuu

3️⃣ Log in
Default login info (often admin/admin) fayyadamnee login gochuu

4️⃣ Go to Wireless Settings
*Wireless*, *WiFi Settings*, or *Basic Setup* ilaaluun keessa galla.

5️⃣ Disable SSID Broadcast
San booda"Enable SSID Broadcast " kan jedhu disable goona.

6️⃣ Save changes
Click *Save* or *Apply* gochuun xumurra.

📌Kana yoo goonee WiFi keenya available network irratti hin mul'atu. Connect gochuuf immoo maqaa WiFi ( SSID) fi  password manually galchuu qabna.


Hirko Tech 💻










💔 Miira Jaalalaa baay'ee ulfaataa ta'e keessaa bahuu yoo barbaadde wantoota 5n kana,...👉 Itti fufii dubbisi

   👇👇👇
        🫱✨ See More✨
        🫱 ✨See More ✨
              👆👆👆




Telegram Tips

...✍️ Namoonni nuti contact listii bilbila keenyaa irraa qabnu yeroo telegram join godhan message" joined telegram " irra deddeebiin nu rakkisa yoo ta'e karaa setting armaan gadii sirreeffachuun ni danda'ama.

👉 Akkaataa itti sirreeffannu

1. Telegram *Settings* seenna

2. *Notifications and Sounds* filanna

3. Gara gadii siquun "*Contact joined Telegram*" jedhu arganna

4. Isaa irratti cuqaasuun, booda *Off/Disable* gochuun sirreeffachuu dandeenya.

Hirko Tech 💻


🫂 Nama jaalattu🌹tokko yommuu yaaddu miira keessa jirtu ibsuuf ergaalee itti fayyadamuu dandeessu,.... ➡️ Itti fufii dubbisi

                 👇👇👇
        🫱✨ See More✨
        🫱 ✨See More ✨
                 👆👆👆
🌹


Free internet fayyadamuu dhaaf link gadii kanaan app buusaa

Link app 👉 https://play.google.com/store/apps/details?id=com.trptunnel.xyz

Akkaataa itti fayyadama isaa video YouTube link gadiin ilaalaa.

Link video 👇👇👇
https://youtu.be/uHVbb9B8Iis?si=62m0a_dBrrf8dc7q

Hirko Tech 💻




✅ Dhabbanni Google filmmaking AI tools "Flow" jedhamu hojjachuun hojiirra oolchuu isaa beeksisee jira.

👉 Ai Tools kunis video, images fi moodela Gemini advanced irraa design kan ta'e yoo ta'u oggeeyyii filmii hojjatan bayyee kan gargaaru akka ta'e Google beeksisee jira.

Tools kuni namoota hundaaf gadi hin lakkifamne. Viidiyooleena Ajaaibaa isaan hojjataman Liinkii armaan gadii kanaan galtanii ilaaluu dandeessu.

https://labs.google/flow/tv/channel/snout-about/7aJwhiYdOHHYAVaQvTrX?random=true

Linkii isaa: https://blog.google/technology/ai/google-flow-veo-ai-filmmaking-tool/

Hirko Tech 💻




Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻

It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.

⚡️ Place your ad here in three simple steps:

1 Sign up

2 Top up the balance in a convenient way

3 Create your advertising post

If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.

Start your promotion journey now!






➡️ Bilbilli keenyaan Taajajila VoLTE hojjachuu/Support gochuu fi dhiisuu isaa baruuf/check gochuu namoonni barbaaddan linkii kanaa gadii kaanan seentanii baruu dandeessu.

Linkii: https://www.ethiotelecom.et/vas/

✍️ Linkiichaan yeroo galtan "VoLTE service Supportive device " jedhee isiniif fida. San booda iddoo model bilbila keessanii itti galchitanii "search " gootan isiniif dhufa.
Isarrattis model qafoo bilbila keessaanii galchitanii ilaaluu dandeessu.

✍️Yeroo search gootan type bilbila keessanii l( Samsung, iPhone, Tecno, ZTE fi infix) ilaaluu qabdu. Fkn Samsung Galaxy A23 yoo search gochuu barbanne search bar Samsung jedhu irratti search gochuu dandeenya. Yoo search goone model bilbila keenyaa nuuf dhufe bilbilli keenya VoLTE ni hojjata jechuudha.

Показано 20 последних публикаций.
OSZAR »