Icciitii Dhiirotaa
▬▬▬▬▬▬▬▬
Dubartii qullaa kaattu
Dubartii na argaa na argaa baay'istu
Dubartii bifa qabduufi gatii rakasaa
Dubartii faayiidaan of-gurgurtu
Dubartii beekamtii qabduufi
Dubartii akka feeteen isaanii wajjin ooltee bultu
Dharraa foonii isaaniif diimina wajjin muratu
Dubartii kabaja ofiif kennitu
Dubartii qullaa ishee kafanattu
Dubartii na argaa na argaa hinbaay'isne
Dubartii abboomamtuufi isaan kabajju
Dubartii sodaa maatiifi Waaqaa qabdu
Dubartii liphaaliphee Miidiyaa hawaasaa hinbaay'isne
Dubartii kaayyoo, karooraafi mul'ata gaarii qabdu
Dubartii wantootarra caalaa jaalala ofitti aanfattuu
Wajjin gaa'ela isaanii gaggeeffatu
Isaan 1ffaa dhiira ni argatu; dhirsa hinargatan.
Isaan 2ffaa dhiira keessaa, dhirsa gaarii qabu.
Dhugaa kana warra tokkoffaa yoo gorsite, doofummaadha; Isaan 2ffaatti yoo dubbatte jireenya!