1. "Akka ija kiyyaa maaltu naa kajeela" jette sareen.
2. Lukkuun biyya ofiitti korma.
3. Qeerrensa eegee hin qaban, qaban gad hin dhiisan.
4. Suuta ejjatan suuta qoreen nama waraanti
5. Boru ni agarta jennaan " edana akkamitti bulee" jedhe ballaan.
6. Hima didduun du'a hin diddu.
7. Sa'an okolee diddee okkotee hin diddu.
6. Tikseen dhihootti dhiiftee fagoo dhaqxi.
7. Dhukkubni funyaan qabe hidhii hin hanqatu.
8. Ulee fi dubbiin gabaabduu wayya.
@Mammaaka_Oromoo ✨