Postlar filtri


Yaaddeettaagaa Gaafa Mana Cufattee Bofaย  Girgiddaa Jala Loo'aa Jiru Ajjeesuuf Jettee Utuu Sirreessitee Hin Dha'in Ibsaan Sirratti Badu๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜


Yeroo baay'ee dhiirri baareedaan
Maaliif yeroo akka hin qabneย  beektaa ?

Amma yeroo hin qabu boodan isinitti hima.๐Ÿ˜

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


GAA'ILA DURA

Isa: Guyyaa kanan eegaa ture
Ishee: Si dhiisee akkan deemu ni barbaaddaa?
Isa : lakki
Ishee: Na jaallattaa?
Isa: sirriitti malee
Ishee:Narratti kan biraa ni jaallattaa?
Isa: Tasumaa jireenya koo keessatti
Ishee: Na hammattaa?
Isa: Carraan argadhe hundaan
Ishee: Na rukuttaa?
Isa: Ni maraatte moo,Akkamitti?
Ishee: Si Amanuuree?
Isa: eeeee
Ishee: Jaalallee koo๐Ÿฅฐ

Eega wal fuudhan Waggaa 5 booda...jelaa oli dubbisi mee๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Share now โžฉ @baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Jireenya ๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข

1, Haadha Manaa qabdaa?
2, Manaaf konkolaataa qabdaa?
4, Kana dubbisuun yeroo kee gubaa jirtaa?
5, Lakkoofsi 3 akka hin jirre hin hubannee๐Ÿซต
7,Deebitee check gootee/ilaalte.๐Ÿ˜
8, Ammas gowwoomteetta lakk, 6 hin jiru๐Ÿ™ˆ
9, Ofitti kofalte.๐Ÿคฆโ€โ™€๏ธ๐Ÿ˜‹
10, Lakkoofsi 1 akka hin jirre hin yaadanne๐Ÿ™„
11, Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte๐Ÿ˜‚
12, Ammas gowwoomteetta ati nagaa miti jechuudha.

Jireenyi akkasitti waan nutti taphachaa jiru natti fakkaata.๐Ÿคญ๐Ÿ˜‚

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Wayi janaajanaa ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ

Isa: Hy bareedduu koo
Ishee : Hy
Isa: bareedduu waa si gaafachuuf
Ishe: tole
Isa: yoo rafaa jiraatte ,Abjuu kee naaf qoodi,yoo kolfaa jiraatte kolfa kee naaf ergi,yoo boo'aa jiraatte imimmaan kee naaf ergi.

Ishe: yoo maal jetteen gaariidha??
Amma mana fincaan jiraa maal koo siif haa ergu hin jettuun seetanii๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Rabbiif haa galatuu chiikii takka malee as geenye kana boodaas homaa hin taanu.๐Ÿ˜ž

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Amma Mee isin biyya kanatti dhalachuun 2:0'n durfamuudha jettu mitiiree๐Ÿค”. Nu warra qarqara lafaa baadiyaa fagoorraa dhufetti garuu waan akkanaa hin dhaga'amuum kana beektuu? Isin biyya kana biyya biraa waliin Wal bira qabdanii madaaltu taha. Nuti Garuu Achin geenyeem! Waanuma argannetti waan qabnutti gammannee jiraachuu nutti fakkaatti jireenyi!

Fashion warra Middle East kana nuti quban qabnu! Dhalachuu guddachuu waan ittiin of jiraachisan xiqqooshee argannaan fuudhuu Ijoollee horuu...mana Ijoollee keenyaaf ofitti naannessinee ijaaruu,fataa zanaa jennee taraa' bunaa gallee waliin dhuguu!

Kana nuuf jireenyi !

Murteessaan gammachuu qabaachuudha mitiiree ๐Ÿ™„

Share now โžฉ @baacoo_daboo
Share now โžฉ @baacoo_daboo


Ani siif dhiise ati dubbadhu jedhe namichi osoo dubbatu dhuufuun rakkisnaan๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Osoo machooftee shaa jettee galaa jirtu milishaan si qabdee adda waraanaa deemi yoo siin jettu....

Rabbi sodhaadhaa na dhiisaa ulfa ji'a 6 garaa qabaa.๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Chiikii wayii wajjiin buluuf jettee nyaata bitteef yennaa isheen nyaattee kaatee nan gala siin jettu,.....

Boollatti moo ?? Buchee .

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Durbaa gaafatteeย  isheen siย  didde taanaan humnaan qabii godhiif ๐Ÿ˜

Qubeelaan jedhe ani miira keessaa bahaa๐Ÿง๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Akka tasaa iddoo WBO jiru deemtee bilbili sitti bilbilamee Abbichuu Abbaa malaa jedhee gaafa sitti iyyu

Waaqa bishaan daadhitti jijjiirte sagalee kanas gara Marroo marii sabaatti jijjiiri kaa.๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Jaartiiย  "osoo Sareen gurra fayyaa, bukookoo dhugdeellee yoom na gube" jennaan

Sareen. "osoo dubartiin qodaa qadaaddattullee na arrabsite" jette jedhan.

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Namichi lammii Itoophiyaa biyya alaa jiraatu tokko haadha isaaf bilbilee, "Harmee #HIVn qaba kanaaf gara manaatti deebi'aan jira." jedhe

#Haatisaas akka gara manaatti hin deebine isa kadhatte. Kan nama ajaa'ibu "maaliif akkas jette?" jedhee ishee gaafate.

#Haati sunis "Yoo mana dhufte #haati manaa kee dhibee kanaan sirraa qabamtee #Obboleessa keetti dabarsiti. Obboleessi kee immoo #hojjettuu mana keenyaatti ni dabarsa. Hojjettuun mana keenyaa immoo #Abbaa keetti ni dabarsiti. Abbaan kees natti dabarsa. #Animmoo konkolaachisaa keenyatti nan dabarsa. #Konkolaachisaan keenya immooย  obboleettii keetti ni dabarsa.ย  #Obboleetti keetti immoo yoo darbe, Jiraattota gandaa kenyaa guutuutti darba.

Kanaaf
#kophaa du'i jedhan Harmeen ๐Ÿ‘Œ

Seenaa dugda nama nyaatu๐Ÿ˜ƒ

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Barsiisaan Fiiziksii Mana baruumsaatii si ari'ee...Ergasii ati Poolisi taatee yeroo inni waa balleesse si bira dhufu...

Ulfaatinni harka kootii 10Kg haa jennuutiiย  daqiiqaa meeqa keessatti kabballa 8 si kabaluu danda'a ?๐Ÿ˜

REACT๐Ÿ‘โค๐Ÿฅฐ

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo




Barsiisaan Fiiziksii dur sitti taphataa ture sun Finfinnetti si argee mee baankii Awaash natti mul'isi yoo siin jedhu,

Jelqaba 15m gara kaabaa deemtee 15m gara dhihaa deebita sana booda trigonometry fayyadamtee tan 60 argatta amma gatii argatte kana gara cos90 jijjiirtee hotela wayii argatta achi seentee buna dhugdee baata.amma final Pythagoras theorem fayyadamtee fageenya Baankii Awaash argatta.Teacher.

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


๏ผฏ๏ฝ„๏ฝ•๏ฝ• ๏ผง๏ฝ๏ฝ๏ฝ๏ฝ๏ฝƒ๏ฝˆ๏ฝ‰๏ฝ‰๏ฝ“๏ฝ๏ฝ

Namoota channeli telegram 1K+ ๐š๐š’ 3๐™บย  qaban Kanneen waveย  Keenyatti ๐๐š๐›๐š๐ฅ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐›๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐๐š๐ง๐ข๐ข๐Ÿ.

Wave ๐Ÿ๐จ๐ฅ๐๐ž๐ซ lammaffaa xumuruuf chaanaalota muraasa Qofatu nu hafe, Yoo Fedha Keessan Ta'e Wave Keenyatti dabalachuuย  dandeessu.
Garuu dirqama mitii Hubadhaa.

DMโžช @mr_waver21

Warningโš . Chaanaalii kanaan dura Admin baaftanii fi Hordoftoota 1k gadii natti hin fidinaa.

Dabalataan Channeli telegram bitachuu yoo barbaaddan Na Quunamaa. DMโžช @mr_waver21

๐๐ž๐ž๐ค๐ฌ๐ข๐ฌ๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐š๐ง
๐™ฐ๐šŠ๐š๐šŠ๐šŠ ๐š๐š’ ๐š‚๐šŠ๐š๐šž๐šž ๐™ฝ๐š’ ๐™ด๐šŽ๐š๐š—๐šŠ.
๐™ฑ๐šŠ๐š›๐šœ๐š’๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ ๐™ฝ๐š’ ๐™ฑ๐šŠ๐šœ๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐šŠ๐š—๐šœ๐š’๐š’๐š๐š—๐šŠ.

๐™ฌ๐™–๐™ซ๐™š @mr_waver21
๐‘ด๐’๐’“๐’† @baacoo_daboo

ย ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ„ถ๐Ÿ„ฐ๐Ÿ„ป๐Ÿ„ฐ๐Ÿ…ƒ๐Ÿ„พ๐Ÿ„พ๐Ÿ„ผ๐Ÿ„ฐ๐Ÿ„ฐ


Barsiisaan Baayolojii inni Mana Puulii oolu sun yeroo wa'ee qaama Saalaa dhiiraa barsiisu,.........

Ijoolle wanti isin dagachuu hin qabne...Dhiirri white lamaafi stick tokko qabachuu isaati.๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo


Karaa namni biroo baase irra hin deemnu jenneeti malee yoom fuudha walaalle.๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Share now โžฉ
@baacoo_daboo
Share now โžฉ
@baacoo_daboo

20 ta oxirgi post koโ€˜rsatilgan.
OSZAR »