Golgaa Casting


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: San’at


Hojiiwwan kanneen akka
- Viidiyoo Sirbaaf
- Taatummaa Fiilmiif
-Taatummaa Tiyaatiraaf
- Moodeelota dhiyeessuu fi kkf
Nu dubbisuuf @CastingAO_bot
Lakk. 0904728190 / 0929429853
I blog about marketing and sales
Buy ads: https://telega.io/c/golgaacasting

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


Wiirtuu Leenjii Aartii Oromoo

Giddu Gala Aadaa Oromoo

Giddu Galli Aadaa Oromoo Leenjii Aartii marsaa 12ffaa ji'a 6f turu jalqabuufi;
Giddu Gallichi Og-Aartii garagaraa irratti leenjii quubsaa kennuuf Koorsiwwan haaraa Dabalee Jira.

1, Fiilmii
✓ Diraamaa Tv fi Raadiyoo
2, Tiyaatira
✓ Tiyaatira Qopheessuu
3, Moodeliingiifi Faashin Diizaayinii

4, Fakkii
5, Muuziqaa
6, Shubbisa

Yeroon Galmee Caamsaa 21 hamma Waxabajjii 3

Bakki Galmee; Giddu Gala Aadaa Oromoo


Abbaa Lataa Acting Academy dan repost
Kutaa itti aanu…

Waan haaraa fi siniif malu yeroo hundaa kan siniif malu dhiyeessuun keenya itti fufeera. Qormaata Marsaa 2ffaa kutaa 2ffaa lakkifneerra. Seenaatii daawwadhaa. Yaada keessan nuuf laadhaa.

Akkaadaamii Taatummaa Abbaa Lataa
Galma Kalaqaa fi Dandeettii

https://youtu.be/TS67VkE05Lw?si=2pFo2cjTFoWG5P1x




May 31
Sagantaa Oromia investment qopheessu irratti modelota abaaboo Kennan ni barbaadna.

Baayyina 4

Finfinnee jiraachuun dirqama

@castingAO_bot irratti suuraa keessan nuuf erguu dandeessu

#Share


Sagantaa badhaasaa Ilil yaalee jedhu irratti Best Music Video dhaan qajeelchaa beekamaan Leencoo Fiqiruu sirba Guutuu Abarraa Iyyoolee jedhuun dorgomaa waan jiruuf sagalee keessan akka laattaniif kabajaan sin gaafanna.

Link

https://elelyaleshilmat.com/


Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻

It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.

⚡️ Place your ad here in three simple steps:

1 Sign up

2 Top up the balance in a convenient way

3 Create your advertising post

If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.

Start your promotion journey now!


Abshalli waan qabu qabateetu boo’a. Kana hin qabnu, sana hin qabnu wantoota jennu hedduutu jira akka sabaatti. Isaan keessaa inni tokko diraamaa walitti fufaa (series movie)dha. Seenaa Aartii Oromoo keessatti diraamaawwan walitti fufoon karaa fooddaa tv’n ala tamsa’uu isaanii quba hin qabu. (Yoo jiraate dhiifama waliin nan sirradha) Kanneen karaa fooddaa Tv darbaniyyuu baayyinni isaanii hagas mara miti. Dhiyeenyaa as inumaayyuu sochiin karaa Sitcom jiru kan jajjabeeffamudha. Kan diraamaa walitti fufaa garuu akkuma isin beektanidha.

Yeroo dhiyoo as gartuu Borson Films jedhaman diraamaa walitti fufaa mata dureen isaa Hiree Jaalalaa jedhu karaa miidiyaa hawaasaa Yuutuubii daawwattoota biraan ga’aa jiru. Kuni waan namatti toluu fi jajjabeeffamuu qabudha. Hanga ammaatti kutaawwan shan kan lakkifaman yemmuu ta’u, akka jalqabaatti ammi doo’ii inni argataa jiru gaaridha kan jedhamu ta’us, dadhabbii hojiin kuni qabuufi baayyina sabichaa faana garuu hin daawwatamne jechuun ni danda’ama. Kan hojjatu jajjabeeffamuu qaba. Hundumti keenyayyuu yaa daawwannu. Yaada fi qeeqa qabnu yaa laannuf. Gartuun kun ijoollee qaxaleen kan hundeeffameefi jijjiirama fiduuf onnatanii ka’aniin kan ijaarame waan ta’eef guddachuuf tattaaffiin isaan taasisan dinqiidha.

Mee warreen hordofaa jirtan yaada keessan nuuf qoodaa. Ani gama koon ballinaan kanan itti deebi’u ta’a.


Guca Aartii dan repost
Namoota Editing fi Cinematography barachuu barbaaddaniif Chaanaala bareedaa kana subscribe gochuun irraa fayyadamaa!

https://youtu.be/HPhJjHyMLF4?si=PaNxwugXtq1Ra-gr


USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu.

Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu

Usdt 1 qarshii 135 kaasee hanga 150tti baayyina isaa irratti hundaa’uun ni bitna.


USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu.

Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu

Usdt 1 qarshii 135 kaasee hanga 150tti baayyina isaa irratti hundaa’uun ni bitna

Dabalataan
Chaanaala Telegram fi Page Facebook bituus ta’ee namoonni gurguruu barbaaddan nu qunnamaa. Garee Teelegiraamii bara 2022 dura banamanis ni bitna


USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu.

Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu

Usdt 1 qarshii 125 kaasee hanga 140tti baayyina isaa irratti hundaa’uun ni bitna


Eebba Fiilmii “ABBAA MALKA” 🎬✨

Guyyaa beellamaa keenya tokko lama jennee lakkaawachaa, Eebba Fiilmii “ABBAA MALKA” geenyeerra!

📅 Guyyaa: Dilbata / Sambata-Guddaa (Gurraandhala 16)
⏰ Sa’a: 7:30
📍 Iddoo: Galma Tiyaatira Biyyooleessa

🎟 Tikeeta Seensaa:
400 ETB
1,000 ETB
5,000 ETB
10,000 ETB

Nurraa hin hafinaa ! 🔥🎥
Koree Eebba Fiilmii “Abbaa Malkaa”


Abbaa Lataa Acting Academy dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Abbaa Malkaa Teaser

Guyyaan Eebbaa:- Guraandhala 16/2017 (Fub,23,2025)
Iddoon Eebbaa:- Mana Tiyaatiraa Biyyoolessaa
Sa’aatiin Eebbaa:- 7:30 LT
#AbbaaLataaActing
#Share@AbbaaLataaActing


Walaloon Jaalala dan repost
Join waan gootaniif qofa Dollar 3$ kan siniif kaffalu yoo hojjattan ammoo waan gaarii kan irraa argattan airdrop bareedaa kana dafaatii itti bu'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇


Namootni hin jalqabin otuu daftanii jalqabdanii gaaridha.

https://t.me/TrumpsEmpireBot?start=friend=356935815=adjust=1h9jgqbc
Play with me, build your empire, and get a token Airdrop!

Also, get a FREE Welcome bonus:
⭐️ 30 STARS for common users!
⭐️ 90 STARS for Telegram Premium!




✅ Garii durii (Old telegram) warra qabdaniif

✍️Baayyina miseensa Group hin barbaannu

✍️ Gatii madaalawaan ni bitna


➡️2019
➡️2020
➡️2021
➡️2022

Gatii 🟥  🔂Gatii group ittiin bitnu

✍️2018- 500birr
✍️2019- 400birr
✍️2020- 300birr
✍️2021- 250birr
✍️2022- 200birr


2023 ji'a jan-may kan baname

✔️Kaffaltiin : Telebirr, CBE

Gurguruu warreen barbaaddan  inbox 👉  @Kaachuu_YW


⚠️ Hubachiisa❗️

⛔ Baayyinni Member  ''0'' s ta'ee baayyee gatiin waluma qixa. Nuti kan barbaannu bara itti banamedha.

✅two step verification ta'uu isaa check godhaa     
                                               
    
💗💗💗   💗💗💗💗  
@kaachuu_YW


On AiTube ( https://tglink.io/2f34f43422c1 ) you can:
- Upload AI Content: Video, Audio, Text, Images!
- Get income from Likes, Downloads, Sales!
- Buy AI Art Collections and earn on it!


✅ Garii durii (Old telegram) warra qabdaniif

✍️Baayyina miseensa Group hin barbaannu

✍️ Gatii madaalawaan ni bitna


➡️2019
➡️2020
➡️2021
➡️2022

Gatii 🟥  🔂Gatii group ittiin bitnu

✍️2018- 500birr
✍️2019- 400birr
✍️2020- 300birr
✍️2021- 250birr
✍️2022- 200birr


2023 ji'a jan-may kan baname

✔️Kaffaltiin : Telebirr, CBE

Gurguruu warreen barbaaddan  inbox 👉  @Kaachuu_YW


⚠️ Hubachiisa❗️

⛔ Baayyinni Member  ''0'' s ta'ee baayyee gatiin waluma qixa. Nuti kan barbaannu bara itti banamedha.

✅two step verification ta'uu isaa check godhaa     
                                               
    
💗💗💗   💗💗💗💗  
@kaachuu_YW



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.
OSZAR »