Walitti Dhufeenya Kee Cimsadhu
▬▬▬▬▬▬▬▬
Walitti dhufeenya namoota waliin qabdu sirriitti bareechuf dhaggeeffataa ta'i! Kana jechuun maal akka barbaadanii fi maaltu akka isaan barbaachisu dursii hubadhuuf. Amalli namoonni sitti agarsiisan kamiiyyuu sababa qaba waan ta'eef, dursii sababa isaanii hubadhuuf, yeroo san walitti bu'uu fi wal irraa fagaachun hafee jaalalli isin waliif qabdan baay'atee si rakkisuu danda'a. Dubbachuu yoo feete/barbaadde immoo Eessatti dubbachuu akka qabduu fi eessatti callisuu akka qabdu, maalif akka dubbattuu fi maalif akka callistu dursa bari!
@Gaggeessummaa