💐 Dhiirotni heedduun shamarranni dhiira Areeda qabu jaalatti jedhanii, rifeensa bosona gaara Abbaa Seenaa fakkaatu fuula fi morma jalatti guuranii yaa’u😅
💐 Dhiirotni heedduun immoo shamarrani dhiira Chest qabu, kan gym hojjetu jaallatti jedhanii, akka namoota WWE irra jiraniitti of bokoksanii yaa’u😆
💐 Kana qofa miti dhiironni kan biroon immoo shamarranni dhiira diimaa jaallatti, dhiira magaala jaallatti jedhanii akka Faranjii fi Africanotaatti bifaan wal xiqqeessaa oolu😁
Yaaddeettaagaa isa shamarranni immoo kana hundaa dhiisanii dhiira qarshii heedduu qabu qofa jaallattan🫣
@Miira_Jaalalaa