Postlar filtri


Hiriyyummaan kennaadha. Hiriyaan keenya nu barbaachisa. Fedhiin kun yeroo gaa’ela godhannu hin xumuramu. Asirratti gorsa hiriyummaa ogummaa qabu kan gaa’ela keessan badhaadhessu filachuuf, akkasumas walitti dhiyeenya gaa’ela keessan keessatti mul’atuu fi hiriyummaa barbaachisaa jireenya keessan keessatti madaaluuf ni argattu. Hiriyaa Gaaʼelaa Filachuu keessatti Wantoota nama Dogoggorsan akka gadiitti dhiyaateera 👇👇

https://gaggeessummaa.com/hiriyaa-gaaelaa-filachuu-keessatti-wantoota-nama-dogoggorsan/


💔 Miira Jaalalaa baay'ee ulfaataa ta'e keessaa bahuu yoo barbaadde wantoota 5n kana,...👉 Itti fufii dubbisi

   👇👇👇
        🫱✨ See More✨
        🫱 ✨See More ✨
              👆👆👆


"ፍቅር ለማግኘት ከምትጠብቀው ነገር ጋር ምንም ግንኙነት የለውም - ለመስጠት ከምትጠብቀው ነገር ጋር ብቻ - ሁሉም ነገር ነው።" 💕




🫂 Nama jaalattu🌹tokko yommuu yaaddu miira keessa jirtu ibsuuf ergaalee itti fayyadamuu dandeessu,.... ➡️ Itti fufii dubbisi

                 👇👇👇
        🫱✨ See More✨
        🫱 ✨See More ✨
                 👆👆👆
🌹


Jechoota Shamarranni 👀

1. Kan jaalanne utuu hin taane kan nu jaalatetti yoo heerumne gaariidha.😁
2. Qarshiin jaalala hin bitu, jaalala bareecha malee.😜
3. Kan jaalallee keetiif gootu, jaalala keetiif akka goote beeki!❤️
4. Durbummaan silayyuu dhadhaadha kan si biraa hin hafne maqaadha (iccitiidha) 😳
5. Kan qabaan sitti dhufe qabaan sittii hin baasu.🤞
6. Dhiiri abshaalli ni bareedda hin jedhu, natti bareedda jedha malee (iccitiidha)‼️
7. Kan jaalala hin beekne, sin jaaladhe jettuunuu hin galuuf. ⭕
8. Dur jaalalli jaamaadha jedhu, kan ammaa garuu ija qaba (iccitiidha)🧕
9. Kan jaalala jabeessu oolmaadha, kan jaalala diigu oduudha.😳
10. Dhiirri qarshii qabdu bifan qabu, kan bifa qabu qarshii hin qabu.😁

@miira_jaalalas




👋 Hi!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
@Jireenyaboruuf 😀
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English 📕
┃_
@Danbalii_jaalala 💋
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🎓
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@muhsiinkhan11
┃_
@HamboofAroon1 🔵
┃_
Hirko Tech
┃_
@Gech_pdf 📂
┃_
@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@Coba_Qalamaa
┃_
@QAROO_SABAA 🔵
┃_
@successboosters ❤️
┃_
@beka_techno 💻
┃_
Hirko Tech 💻
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️

┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera




👋 Hi!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
@Jireenyaboruuf 😀
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English 📕
┃_
@Danbalii_jaalala 💋
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🎓
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@muhsiinkhan11
┃_
@HamboofAroon1 🔵
┃_
Hirko Tech
┃_
@Gech_pdf 📂
┃_
@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@Coba_Qalamaa
┃_
@QAROO_SABAA 🔵
┃_
@successboosters ❤️
┃_
@beka_techno 💻
┃_
Hirko Tech 💻
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️

┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera




👋 Hi!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
@Jireenyaboruuf 😀
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English 📕
┃_
@Danbalii_jaalala 💋
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🎓
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@muhsiinkhan11
┃_
@HamboofAroon1 🔵
┃_
Hirko Tech
┃_
@Gech_pdf 📂
┃_
@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@Coba_Qalamaa
┃_
@QAROO_SABAA 🔵
┃_
@successboosters ❤️
┃_
@beka_techno 💻
┃_
Hirko Tech 💻
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️

┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


Amaloota Yeroo Durbi Tokko Dhiira Jaallattu Agarsiiftu.

1. Yeroo haasoftu, kolfitu, taphattuu fi teessu ija hattee hattee si ilaalti taanaan
2. Si fuulduratti dhiiraa wajjin taphachuu fi hasa'uu baayyifti taanaan!
3. Yeroo hiriyoota ishee waliin teessu waa'ee kee hammaa hamma haasofti taanaan
4. Lafa ati jirtutti dhiyoo taahuu jaallatti taanaan.
5. Gaafa sitti haasoftu harkishee fi qaamni ishee ni hollata yoo tahee.
6. Gaafa si bira dabartu yookin deemtu deemsa jijjiirti yookan deemsatu harkaa bada taanaan
7. Yeroo Ati Shamarree Biroo Waliin Haasoftu Ni aarti Taanaan

Kana Caalaa Maal Eegdare Intalli Si Jaallatteetti Obbole.😋

Love Messages ✉️
@miira_jaalalaa


Isan halkaniif guyyaa
Waa'ee keetiif gubadhuu
Miidhama onnee kootii
Adaraa naaf hubadhuu...!
~
Nattin tolu gonkumaa
Hunda na jibbisiisaa
Cabako naaf wallaantee
Yoomin boqodhe ciisaa...!
~
Yaada keeti yoomiyyuu
Kan dhippisee na gooluu
Naaf hin ta'u gonkumaa
Guyyaan sin argiin ooluu...!

Natti boontee jaalalaan
Hin jabaatiinii garaa
Miidhama koo naaf barii
Na simadhu adaraa...!


🌹 Jaalalleewwan lameen onnee walii isaanii booji'an yeroo baay'ee yaadolee gurguddoo irratti waliif galan keessaa muraasni,... 👉 Itti fufii dubbisi

                👇👇👇
        🫱✨ See More✨
        🫱 ✨See More ✨
                 👆👆👆


Shaggee koo 🥰

Addunyaa koo gammachiistuu
Rabsituu dhiigaa kootii
Shaggee koo yaa miidhagduu
Bareedduu intala mootii

Ho'istuu miira kootii
Hojjechiistuu maashaa maraa
Agarsiiftuu ija kootii
Gammachiistu onneef garaa

Midheessituu jireenyaa
Kan dheebuu na baastuu
Yoomidha Kan naaf dhuftee
Jaalala dhugaa naaf laattuu?




Yoo haqa qabaatte, utuu isaan kadhattuu si dhiisanii deeman, Guyyaa tokko si dhabuu isaaniitti ni gaabbu, atumti bakka isaan si dhiisanii deeman sanaa tarkaanfadhu!

That's the reality of life! 🤞


JAALALA JECHUUN
✳️ Bareedina barbaaduu miti
✳️ Faayidaa barbaaduu miti.
✳️ Ejjaa (fedhii foonii) barbaaduu miti.
✳️ Yeroo fayyaa qabaniif yeroo gammachuu qofa wal haammachuu miti.
✳️ Waan jaallatamteef jaallachuu miti.
✳️ Namnumti wal jaallataaf jaallachu miti.
✳️ Waan sibiteef atis guyyaa eegdee liqii deebisuu miti.
✳️ Bifa nama sanaa ilaaluu miti.
✳️ Qabeenya boru badu ilaaluu miti.

Jaalala Dhugaa jechuun:
✅ Waan hundarraa qulqulluu kan ta'e.
✅ Fakkeessu osoo hin taane dhugaa.
✅ Dhugaa jaalalaatiif jecha hiyyeessa jaallachuu bor wajjin horatu.
✅ Yeroo gaddaa, gammachuu ,rakkinaa wal bira dhaabbachuu.
✅ Kan ofiif hin arganne nama sanaaf hawwuu.
✅ Obboleessa keetiif dabarsitee lubbuu kee kennuu.
✅ Rakkinni har'a obboleessa ke(jaalallee) irra ga'e bor akka sirra gu beekte har'a rakkina isaa hirmaachuu.
✅ Nama jaallatteef kabaja, iftoomina kennuu dha.
🔰 Kana hunda cabsitee jaalalatti deemta taanaan jaalalichi hundee hin qabu bor buqqa'a.

@Miira_Jaalalaa



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.
OSZAR »