Sona Official


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: Din


Dirree itti beekumsaa fi hubannoo gonfattaniidha. Baga nagaadhaan dhuftan join share taasisaa!
Contact: @Sona_fikir1

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Toifa
Din
Statistika
Postlar filtri


💔 Miira Jaalalaa baay'ee ulfaataa ta'e keessaa bahuu yoo barbaadde wantoota 5n kana,...👉 Itti fufii dubbisi

   👇👇👇
        🫱✨ See More✨
        🫱 ✨See More ✨
              👆👆👆


👋 Welcome!

🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
@Jireenyaboruuf 😀
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English 📕
┃_
@Danbalii_jaalala 💋
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🎓
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@muhsiinkhan11
┃_
@HamboofAroon1 🔵
┃_
Hirko Tech
┃_
@Gech_pdf 📂
┃_
@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@Coba_Qalamaa
┃_
@QAROO_SABAA 🔵
┃_
@successboosters ❤️
┃_
Oro Sport 💪
┃_
@beka_techno 💻
┃_
Hirko Tech 💻
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️

┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera




👋 Welcome!

🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
@Jireenyaboruuf 😀
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English 📕
┃_
@Danbalii_jaalala 💋
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🎓
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@muhsiinkhan11
┃_
@HamboofAroon1 🔵
┃_
Hirko Tech
┃_
@Gech_pdf 📂
┃_
@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@Coba_Qalamaa
┃_
@QAROO_SABAA 🔵
┃_
@successboosters ❤️
┃_
Oro Sport 💪
┃_
@beka_techno 💻
┃_
Hirko Tech 💻
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️

┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


🫂 Nama jaalattu🌹tokko yommuu yaaddu miira keessa jirtu ibsuuf ergaalee itti fayyadamuu dandeessu,.... ➡️ Itti fufii dubbisi

                 👇👇👇
        🫱✨ See More✨
        🫱 ✨See More ✨
                 👆👆👆
🌹


👋 Welcome!

🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
@Jireenyaboruuf 😀
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English 📕
┃_
@Danbalii_jaalala 💋
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🎓
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@muhsiinkhan11
┃_
@HamboofAroon1 🔵
┃_
Hirko Tech
┃_
@Gech_pdf 📂
┃_
@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@Coba_Qalamaa
┃_
@QAROO_SABAA 🔵
┃_
@successboosters ❤️
┃_
@beka_techno 💻
┃_
Hirko Tech 💻
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️

┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera




👋 Hi!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa ‼️
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
@Jireenyaboruuf 😀
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English 📕
┃_
@Danbalii_jaalala 💋
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🎓
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@muhsiinkhan11
┃_
@HamboofAroon1 🔵
┃_
Hirko Tech
┃_
@Gech_pdf 📂
┃_
@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@Coba_Qalamaa
┃_
@QAROO_SABAA 🔵
┃_
@successboosters ❤️
┃_
@beka_techno 💻
┃_
Hirko Tech 💻
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️

┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


Gaafa sana .... Har'a kana

Gaafa sana,🥺

Sumatu rakkoo qaba
rakkoo akkaan jabaa!

Gaafa sana, situ;
Waanin jedheef hinseeqne
Waanin jedhes hinbeekne
Kaayyoonkoo garuu lama ture.

Xiqqoo si seeqsisuufi
Guddoo si beeksisuufi!

Har'a kana,
natu rakkoo qaba
rakkoo akka adabaa!

Har'a kana natu,
Kaachan duwwaan xumure yaadata❤️
Waanan siin jechaa ture jaalata!
Rakkoon koo har'aa lama ta'e.💔

Kaleessa hin fayyifanne
Har'a hin hambifanne!🥺

Harkakoon;
Jilbakoo ciqilee 💔
Maddiikoo utubee,
Fuulduratti achi-
Huuruukoo udumee
Yeroon ya'a yaadaarra,
Yaadakoon imalu,
Waca diidaa caalee,
Callisa keessa kooti,
Wanti anaaf galu!🥺
Miidhamni koo baraan
Sitti hin ta'iin cubbuu
Mannike inni haaraan
Sitti haa tolu lubbuu..!😭
@Sona _Official1


Beekta mitii si filadhee
Of dhamaasee
Jaalala keef gatii danuu
Akkan baase🥹

Beekta mitii of madeessaa
Dirraa cabee
Onnee keerraa jaalala koo
Akkan dhabe🥹

Alaa hin eeguu ofiima koon
Of jabeessaa
Sitti seeqaan onnee koorraa
Si fageessa!💔
@Sona_Official1


OBSI! OBSI YAA GARAAKOO

Fakkeenya bifaaf malee
Daaraaf daakuun firaaree?
Kanniisaan utuun hiddamiin
Damma nyaachuun jiraaree?

Ammayyuu deemaan jira
Hin xumurre karaakoo
Raafamtee na hin raasin
OBSI OBSI YAA GARAAKOO
Fiiguuf tarkaanfattee
Yoo dhabde karaa deemsaa
Rooba guddaa obsitee
Hin sodaatin fixeensaa

Kaayyoof manaa baatee
Gufuun deemsa sin dhaabu
Qoreen yoo itti baay'ates
Muka furmaataa yaabu
Duwwaan nyaadhu jettee
Buddeena lagattaaree?
Qilleensa hamaa mootee
Habaqii baqattaaree?

Duratti deemuu feetee
Miilla kaayyoo dhaabdaaree?
Garaanis tole hin jedhuufi
Narraa abdii qabdaaree?
Bishaan gabatee irraa
Gara argetti raafama
Gufuu dandamachuunkee
Obsaan adda baafama

Leenci hammam beela'us
Gad jedhee margan nyaatu
Obseema foon eeggata
Kana eenyummaa isaatu
Kanaafii Yaa garaako,

Duuban laaliin sardamtee
Dirqama kan kee ba'i
Abdiin kutin daddaftee
Akkuma leencaa ta'i!
Dhoqqee keessa deemtus
Qoree jiru eeggadhu
Gufuu hunda dandeenyaan
Galma geessaa beekkadhu!

@Sona_Official1


Oso akka gara koti❤️🫣

:Osumaan sii yaaduu
Yaadan tulluu qaari'ee
Osumaan sif Aaduu
Kinoo birraan bari'ee❤️

Kophaa koo mukaa'ee
Maaloo kottu na Biraa
Jaalala keen machaa'ee
Kino gatantaraan jiraa💙

Nama abdiin waadaa
Kayyoon hin micciramu
Ammas hinumaan sii yaada
Baraan hin jijiramu🌹

Lemana harkaa Keen
Maaloo ofitti na qabii
Kottu arguma keen
Gubaa narra dhaabii😎

Halkaan guyyaa sin yaada
Loosha onneef mootii
Silaa si fudhen baada
Akka garaa kotti🌹

Egaa maal godhu ree
Homaan jedhu maleessa
Fageenyatu na danqee
Umphaa 💋afaan Kee keessa🧐

Goroorrii Kee dammaa
Laphee koo qabbaneessa
Osoon sii argee ammaa
Dadhabii koon balleessaa

Namni garaa bal'atee
Rakkoo heddu darbaa
Boriis Wal abdatee
Inuma Wal arga💔

Shakkin qabnu darbina
Nutis abdii godhanne
Inuma Wal argina
Obsa yoo horaanne❤️

Waan dhufu akeekaa
Rakkina obsaan darba
Namni hin duunee egaa
Turuus inuma Wal arga❤️

Ati anaf waan hundaa
Hamtun sin argiin
Garaa laafetti koo
Gaariin sin darbini.🙏
@Sona_Official1


ANIS KARAA QABA💔

Argaa kan kee dharra'uun koo
Foo'aa keetti rarra'uun koo🥹

Badii keetiif shakkamuun koo
Gocha keetiin yakkamuun koo😭

Maradhee ciisuun koo
Dubbachuu dhiisuun koo💔

Erga ta'ee wanta dabaa
Sirraa goruuf karaan qabaa😡

Si malee nan qaba Riqicha naan ce'u
Lamuu galabaa kee saggoo koottin fe'u!🥺

@Sona_Official1


TARII....... ¿
Hin argitu ta’a siif hin galus ta’a
Hin hubattu ta’a na shakkitas ta’a.
An garuu…
Muka kakaa hin qabu
Waaqaan kakaa hin labu
Jechi yoo naaf cimses miirakoo naaf ibses,
Isan si jaaladhu ragaa hin waammadhu!
Maaf…
Ragaankoo anuma
Gochikoo ni hima.!
Ijikoo fajajee afaankoo ajajee
Jechi yoo hillimes yaadni yoo cillimes,
Isan si jaaladhu ragaa anaaf ba’u
Isan siif wawwaadhu in dhabdaa of na’u
Malee...
Isan si jaaladhuuf
Anatu guunguma.
Anatu tarsaasee
Anatu huduma.

Isan si jaaladhuuf
Anatu si goola.
Anatu of jibbee
Anatu of foola.

Isan si jaaladhuuf
Anatu si shakka
Anatu sassatee
Anatu siyakka.
Isan si jaaladhuuf
Natu-mala dhabe
Natu sagal cabe
Anatu,
Aariidhaan bobba’a
Sin dhabaan boba’a
Malee …
Isan si jaaladhuuf
Ragaankoo anuma
Gochikoo ni hima!
@Sona_Official1


Yaada keen jeeqamee
kan lafti naan mare
ati jira jennaanin
jiraachuu Koo bare
Seeloonni qaama Koo
Kan duraan dadhabe
Jirtaa Kee dhageenyaan
socho'uu jalqabe.

Anarraa halaala
yoo teesses fagaattee
waan hunduma caalaa
Baga naaf jiraatte.

Kan na iyyaafatu
Yoon dhabellee fira
waaqaaf haa galatu
anis kunoo jira.

Garuu immoo

Hafuura Kee dhabee
hedduu Si yaadeera
yaadni kan Kee gubee
onnee Koo waadeera.

Iccitiin garaa Koo
innin kalee dhokse
dhiiga kan Koo xuuxee
dhaabbitti na gogse.

Hafuurri jaalalaa
kan onnee na lixe
suuta suuta nyaatee
qaama Koo na fixe

Halkanii fii guyyaa
naa kophaa gubatu
keessa garaa kiyyaa
tokko naan hubatu

Furtuu onnee tiyyaa
ishee dhiiga hirtu
na duraa fagaate
iddoon ati jirtu

Anarraa halaala
fagaattee kan teessu
ilaalu sin argu
Si waamu hin dhageessu.

Imimmaan ija Koo
halkan guyyaa cophaa
iddoo ati hin jirretti
nyaatame Kaa kophaa

Anaa baqee yaa'u
iyya Koo dhageessee
narraa fagoo taa'uu
akkamiin dandeessee ?

Siin malee na cimee
jiraachuu hin dandeenyee
onneen Kee siif himee
gurri Kee hin dhageenyee?

siichi

Du'uu fii jiraachuun anaaf tokkichaadha
Hawwiin xumuraa Koo
atumti nagaya
naaf ta'uu bichaadha.

Hafuura naaf laatte
simalee hin dubbadhu
ati naaf jiraattee
an biyyee haa fudhattu!😢

@Sona_Official1


Yihudaan Baga uumame!

Otoo si faana imaluu
Si waliin oolee galuu
Kan siin wal fakkaatu
Si faana dhugee nyaatu
Si waliin guyyuu kaatu
Dabaan haa jiraatu!
-
Kan si ciniinee hin beekne,
dhungoo malee
kan si cinaa hin dhabamne,
durgoo malee
Gaarreffannaakee kan hindhufne
Arrabnisaa kan sin tuqne
Inni yaa'iitti koodee fakkaatu
Inni garaatti qoree baatu,
Dabaan dabu haa jiraatu!
-
Raagamni hafuu baatus kan ganama murame
Hamaan riqicha ta'u, Yihudaan baga uumame!
Hammeenyi Yihudaa, Yesuus gurgursiisee
Du'a Addaam fide amanaarraa xumursiise!

@Sona_Official1


Maaliif? Jedhe sih gafu🥹
Sababnihoo?

Hasaasa namootaan naaf hin galu!
Garuu demsii kee hunda namaa dhukkubsa.
Eenyuutu  sihubata/siif hubata Tarii yoona madaa namni siin baanne baattee jiraattetta ta'a!

Tarii miidiyaa hawwasaa qofa irratti waan sijaallatuuf namni itti toleera jedhee quba sidhabuu mala!
Tarii waan himachuu hin dandeenyeetu si hudhe laata?

Tarii dhukkuubbiinkee mataakee gararraa taanaan furmaata deemuu filattee laata?
Tarii nama dhiphisuurra ofii godaanuu filattee laata?

Moo Waan bitaa nugale kana keessaa kam sababni? akka lammata akka hin deebinetti godaanteef

Maalimmoo dhaamte, qilleensa keessa soqqitetti waa himteettaa laata, namoota biroof barumsa himteettaa laata?
Maaliif wanta  haraa'a dubachu qabdu waggota dherrafi lafaa kessee demu filate.😢
Malif wanta kalessa darbiste yaddachu dadhabe na biraa kuteee..

Maaliif Fuuldurakee hin yaadanne, maaf Bareedinakee keessaaf alaa hin qalbeeffanne, of wallaanuu, of baraaruu maaf hin yaanne.

Nami si hordofu abdii akka  sirra kutatu maaf goote, jaalleekee qaroo sabaa maaf qara ilaalchiste?

Nan deema jettee deemte, inni ati bira deemte fuula isaa siif haa ibsu!
Nagaatti!😭

Imimmaan sin deebisu, garuu hawwiinkoo jireenyakee gabaabbateen akka hin danqamneef waaqni jannata akka siqananiiduudha.

Gadda kana akka gadda kaanii ibsuun ni ulfaata.
Akka du'a gootaa rifaatuu uume!😢
@Sona_Official1


elaame fira koo"
An hin jiru
Danda'e hin tirtiru

Akkuma kaleessa
Kuno na madeessa

Qaama koo kutata
Dhugaa koo butata
Mudaa koo dubbata

Gadda naaf farrisa
Maaltu naaf girrisa


Hunduu natti gama
Qaawwa natti bana
irreedhaan dubbata
Qaamni koo hin gubata
Kunoo hin kulkulfata
Na balleessudha galmisa
Jiraachuu kooti gaddisa
Nan ukkamame hinuman
Callisa😔

Kamiinan dubbadha
Kamiinan himadha
Hundu na madeessa
Hundu na ajjeesa
Hundu na darbata
Hundu na balfata
Hundinu na dheessa
Garaa na madeessa
Garuu...
Barri Kun hin darba
Yaroodhaaf na sarba

Abdii hin kutadhu
Dhugaa koo hin dagadhu.🥹
@Sona_Official1


Jechi
Ol nama kaasa
Nama gammachiisa
Muukii dhabamsiisa
Mijuu argamsiisa
Dhiphuu furguuggisa
Abdii horachiisa
Jireenya feesisa
Jannata geessisa
 
Jechi
Laphee buusa
Miira cabsa
Hawwii dabsa
Abdii dhaamsa
Humna nafsa
Jibba rabsa
Kophaa tursa
Abdii dhorsa
Jiruu onsa
 
Eeggadhu
Jecharra ulee wayya
Madaan qaamaa bulee fayya
Jechi chaappadha… ichima tumamte
Af-Baanan dhumaadha… Dhadhaa qilee buute💔💔
@Sona_Official1


Nama Hin Qabu,Nama Qaba

Yeroon kufu kan na kaasu
Yeroon laafu na jabeessu
Rakkookoof kan naa birmatu
Anaa Wajjin kan Dhaabatu
Ba'aan Qolee yoo na yaabu
Jalaa Ba'uu yoon Dadhabu
Kan Naaf Dhimmu NAMA HIN QABU

Yeroon Gaara koo irraa kufu
Salphinni Yoo natti Dhufu
Qullaankoo Yeroo Mul'atu
Gaariinkoo yeroo dhokatu
Yeroon ta'u Deegaaf Dhabaa
Isa Kolfu NAMA QABA

Miidhamakoo kan naaf Beeku
Gorsee Gaariif na Akeeku
Cabakoo kan naaf Dhidhiibu
Yoo Mogoleenkoo Caccabu
Naa Gumaache Wanta qabu
Ce'ee Dangaa akkan Darbu
Kan na Godhu NAMA HIN QABU


Har'aa koorra Ija kaa'e
Olola Diinaa dhaga'e
Akkan laafu kan barbaadu
Ofiyyuu na Cabsuu yaadu
Kan naaf qaru billaa Arabaa
Naannoo kootii #Nama qaba

Sanyiin facaasee qummuudee
Mataa yeroo Mul'ifatu
Karaa Achirra baafatee
Irra kan na Jalaa Ejjetu
Innni hin Feene
Ija naquusaa.
Akka hin taaneef
Dhangaa Quubsaa
Jiruu Oolmaasaa godhatee
Kanaaf kan Ooluu Dadhabaa.
Namoota Haminaan guutaman
Naannoo kootii baay'ee qaba.
                   :
             
Jettee Yaaddee Hin Dhiphatin
Qor-qalbiikee of jalaa hubdaa
Namoota Gaarii kan Siif qabu
Qabda Mitii? Waaqa Guddaa❤️
@Sona _Official1

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.
OSZAR »